Manni maree bakka bu'oota uummataa wixinee bajata bara 2012 (A.L.I) irratti erga mari'ateen booda birrii biiliyoona 386.95 bajata mootummaa Federaalaa bara 2012 gochuun sagalee guutuun raggaasiseera.