Kitaaba Quraana qeequu fi falmisiisaa ta’e ‘Satanic Verse’ jedhamu kan barreesse Salmaan Rashdii ji’a Hagayyaa keessa Niiw Yoorkitti waltajjii irratti waraanamuu hordofee amma ijji fi harkisaa isaa ...